Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Saandookaan Dabbabaan durfamu Jigjigaa gale

Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC)- Jilli Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Korporeeshinii Misoomaa Paarkoota Indaastirii obbo Saandookaan Dabbabaan durfamu Jigjigaa galeera.
Jilichi wayita buufata xiyyaaraa magaalaa Jigjigaa Gariid Wiilwaal ga’anitti itti gaafatamaan Biiroo konsitraakshinii fi misooma magaalaa naannoo Sumaalee Dooktar Abdifattaa Sheek Biih simannaa taasisaniifiru.
Jilichi turtiisaan kan dura naannichaatti iddoowwan paarkoota indaastiriif ramadamaan irratti korporiishinichi qorannoo taasisee fi yeroo itti aanuuf haala ijaarsaa paarkootaa indaastirii eegalamuurratti hoggantoota olaanoo naannichaa waliin akka mari’ataan ragaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa naannoo Sumaaleerra argamee ni muul’dhisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.