Fana: At a Speed of Life!

Bureetti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe

Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) – Bureetti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbeera.
Konkolaataa deddeebisa ummataa halkan sa’aati 10tti namoota 48 fe’ee Danbacii gara Laalibaalaa imalaa ture magaalaa Bureetti galagaluun balichi qaqqabeera.
Balichaan lubbuu namoota 4 yoo darbuu, 15 ol irraa ammoo miidhaan qaqqabeera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.