Fana: At a Speed of Life!

Ijaarsi Indaastirii Paarkii magaalaa Samaraa saffisaan gaggeeffamaa jiraachuu ibsame

 

Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Ijaarsi Indaastirii Paarkii Magaalaa Samaraa % 70 irra ga’uu Korporeesshiniin misooma Indaastirii Paarkiwwanii ibseera.

Baatii Caamsaa,2012 kan eegalame ijaarsi indaastirii paarkichaa dhaabbata ijaarsaa Chaayinaa ‘CCCC’ jedhamuun hojjetamaa jira.

Paarkichi kanneen mootummaan misoomaa jiran isa 13ffaa ta’uu ibsameera.

Ijaarsa Paarkichaa saffisaan xumuruuf tattaaffiin olaanaan taasiifamaa jiraachuu korporeeshinichi beeksisera.

Naannoo Afaar magaalaa Samaraatti kan argamu paarkichi lafa heektaara kuma 2 irra kan qubateedha.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.