Fana: At a Speed of Life!

Nageenyaa waaraa mirkaneessuuf Nama dhuunfaa, Maatii fi Hawaasaa irratti xiyyeeffannoo kennun ibsame

Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Nageenyaa waaraa mirkaneessuuf Nama dhuunfaa, Maatii fi Hawaasaa irratti xiyyeeffannoo kennun ibsame.
Ministirri Nageenyaa aadde Mufaariyaat Kaamil nageenyaa waaraa mirkaneessuuf Nama dhuunfaa, Maatii fi Hawaasaa irratti xiyyeeffannoo kennun hojjechuu qabna jedhan.
Ministeerri Nageenyaa koree dhaabbii Mana Maree bakka bu’ootaaf Magaalaa Bishooftutti leenjii kennaa jira.
Leenjii kanairratti kan argaman aadde Mufaariyaat nageenya biyyaa mirkaneessuuf Mana Maree akka bu’oota uummataa waliin hojjechaa jirra jedhaniiru.
Kaayyoon leenjichaas hoggantootaa fi miseensota koree dhaabbiif dandeettii to’annaa isaanii cimsuuf karoorfameetti jedhan.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.