Fana: At a Speed of Life!

Meeshaaleen koontirobaandii tilmaama gatii Birrii miiliyoona 59 ol qaban too’ataman

Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Meeshaaleen koontirobaandii tilmaama gatii Birrii miiliyoona 59 ol qaban too’ataman.
Torbee dabarsineetti meeshaaleen koontirobaandii tilmaama gatii Birrii miiliyoona 59 ol qaban too’atamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiseera.
Meeshaalee koontirobaandii too’ataman keessaa biyya irraa bahuuf kan ture buna, mallaqa biyya alaa, meeshaalee waraanaa, elektirooniksii, meeshaalee faayaa meeshaalee jijjiirraa fi uffanni ni argamu.
Namoonni meeshaalee kanneen daddabarsuun shakkaman too’atamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.