Fana: At a Speed of Life!

Rokkeettoonni gareen ABUT dhukaasaa ture magaalaa Maqalee kuusaa nama dhuunfaa keessatti argaman

Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) – Rokkeettoonni gareen ABUT dhukaasaa ture magaalaa Maqalee kuusaa nama dhuunfaa keessatti argamuu ibsameera.
Rokkeettoonni garichi irra deddeebiin gara Bahaar Daar , Goondarii fi Asmaraaatti dhukaasaa ture magaalaa Maqalee kuusaa nama dhuunfaa keessatti kuufamee aragamuu Komaandoon duulaa Addaa beeksiseera.
Sakattoo taasiifameen Rokkeettoonni hin dhukaane 13, kanneen dhuka’an ammoo 7 saanduqni isaanii argamuu ibsameera.
Dabalataan konkolaatoonni gurguddoon Rokkeettoota dhukaasuuf oolaan naannoo daangaa magaalaa Maqaleetti aragamuu EBCn gabaaseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.