Fana: At a Speed of Life!

Duulli aramaa bocee buqqisuu Haroo Dambalitti gaggeeffame

Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Duulli aramaa bocee buqqisuu Haroo Dambalitti gaggeeffame.
Bulchiinsi magaalaa Adaamaa Godina Shawaa Bahaa waliin qindoomuun aramaa bocee Haroo Dambal naannoo magaalaa Baatuutti argamu buqqisaniiru.
Akka waajjirri dhimmoota kominikeeshinii godina Shawaa Bahaa beeksiseetti, sagantaa bocee buqqisuu kana irrattis hoggantooni bulchiinsa magaalaa fi godinaa argamuun dargaggoo waliin tumsaan buqqisaniruu.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.