Fana: At a Speed of Life!

Godina Baalee Aanaa Gololchaatti hoomaa awwaanisaa mul’ate too’achuuf biifaan keemikaalaa raawwachaa jiraachu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa beeksise

Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Godina Baalee Aanaa Gololchaatti hoomaa awwaanisaa mul’ate too’achuuf biifaan keemikaalaa raawwachaa jiraachu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa beeksise.
Jilli Hogganaa Itti Aanaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Indaalkaachawu Tafariin durfamu homaa awwaanisaa Aanaa Gololchaatti mul’ate too’achuuf biifaan keemikaalaa xiyyaaraan raawwachaa jiraachuu ragaan biiricharraa arganne ni agarsiisa
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.