Fana: At a Speed of Life!

Daangeffamni bulchiinsa riifoormii waloo Dhaabbilee Demokiraasii Federaalaa ragga’e

Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Daangeffamni bulchiinsa riifoormii waloo Dhaabbilee Demokiraasii Federaalaa ragga’e.
Ministirri Deettaan Itti Waamamaa Gargaaraa Mootummaa obbo Caalaa Lammii qophii daangeffama bulchiinsarratti qaamolee dhimmi ilaaluu fi ogeessoota seeraa waliin marii bal’aan taasifamuu ibsaniiru.
Daangeeffama bulchiinsichaa kan dhiyeessan obbo Dabbabaa Walda Giyoorgiis dhummicharratti qorannoo taasifamuu himaniiru.
Af-Ya’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasaa Caafoo dhaabbatichi bilisa ta’ee kan hojjetu ta’uus, itti waamamni isaa mana marichaaf ta’uu ibsaniiru.
Oduu walfakkatuun riifoormiin Boordii filannoo biyyaalessaa fi komishinii mirga namoomaa dhiyaachuun marii taasifameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.