Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI karoora waggaa 5 irratti marii’ate

Finfinnee, Muddee 18, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI karoora waggaa 5 irratti marii’ate.
Marichi kan gaggeeffame magaalaa Jigjigaatti Dhaabbilee Demokiraasii Federaalaa waliin waltajjii marii irrattidha.
Karoorra waggaa shanii Itti Aanaa Barreessaa olaana Waajjira Mana Marichaa Dooktar Henook Siyyumiin dhiyaateera.
Hirmaattoonni waltajjichaa karoora dhiyaateerratti gaaffii fi yaada laachuun marii bal’aa taasisaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.