Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaannonnii 42 Libaanoosii gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 42 Libaanoosii gara biyyaa deebi’aniiru.

Lammiilee kunneen qindoomina Ministeerri Dhimmi Alaa dhaabbata tola oolaa diyaaspooroota Ityoophiyaa Gloobaal Aliiyaan jedhamuu waliin taasiseen gara biyyaa kan deebi’aan.

Dhaabbatichi Muddee 6, 2013 Ityoophiyaannonni 90 gara biyyaa akka deebi’aniif deeggarsa taasisuusaa ragaan Ministeera Dhimma Alaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.