Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee liqaa Doolaara miiliyoona 100 mallatteessan

Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee liqaa Doolaara miiliyoona 100 mallatteessaniiru.
Waliigalticha Ministirri Deettaa Ministeera Maallaqaa Yaasmiin Wahabireebii fi Baankii Addunyaatti bakka bu’aan Afrikaa bahaa Oosmaan Diyoon mallateessaniiru.
Waliigaltichi dubartoota hojii kalaqaa damee IMX irratti bobba’aniif kan ooludha.
Dabalataanis, dhaabbilee teekniikaa fi oogummaa fi biroowwan daldala IMXf deeggarsa teekniikaa taasisuuf ni oola.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.