Fana: At a Speed of Life!

Dr Abiy  michuuwwan Ityoophiyaa fi hawaasa diyaaspooraa ayyaana Qillee Faranjootaa kabajataniif erga baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad michuuwwan Ityoophiyaa fi hawaasa diyaaspooraa ayyaana Qillee Faranjootaa kabajataniif erga baga geessanii dabarsaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad fuula Twiitara isaanitiin ayyaanni Qillee kun kan gammachuu isiiniif haa ta’uu jechuun ibsaniiru.
Ayyaanni Qillee Faranjootaa guyyaa har’a sadarkaa idil addunyaatti sirnoota amantii fi aadaatin kabajamaa jira.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.