Fana: At a Speed of Life!

Nageenyaa fi misooma naannoo akkasumaas biyyaa mirkaneessuf tokkummaan ummataa cimee cimee hojjetamuu akka qabu obbo Umood Ujuluu hubachiisan

 

Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Nageenyaa fi misooma naannoo akkasumaas biyyaa mirkaneessuf tokkummaan ummataa cimee cimee hojjetamuu akka qabu Preezdaantii Mootummaa Naannoo Gambeellaa obbo Umood Ujuluu hubachiisan.
Waltajjiin marii hawaasaa biyyaalessaa irratti xiyyeeffate magaalaa Gambeellatti eegaleera.
Marichaan Preezdaantii Mootummaa Naannoo Gambeellaa obbo Umood Ujuluu akka dubbatanitti ABUT waggoota darban hojii tokkummaa sabootaa diigaan hojjechaa turaniiru.
Hogganaan biiroo nageenyaa naannichaa obbo Toomas Tuuti gama isaaniin tokkummaa sabootaa cimsuun nageenyaa fi misooma irratti xiyyeeffatanii hojjechuu akka qaban ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.