Fana: At a Speed of Life!

Proojektoota Maaddii Biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 90 taasifame

Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC)-Bulchiinsi magaalaa Finfinnee fi abbootiin qabeenyaa proojektoota Maaddii Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 3 fi 90 taasisaan.
Qindeessumma bulchiinsa magaalichaan sagantaan galii walitti qabu Finfinneetti gaggeeffameera.
Saganticharratti abbootiin qabeenyaa garaagaraa maaddii biyyaaf Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 20 galii yoo taasisaan, hafteesa miiliyoona 70 ammoo bulchiinsi magaalaa Finfinnee galii taasiseera.
Maallaqoonni waadaa galamanii galii hin taanee hanga Jimaata dhufuutti galii ni ta’uun eegama.
Alaazaar Taaddalaatu gaabase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.