Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy daayreektara fandii maallaqa idila addunyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) -Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad daayreektara Fandii Maallaqa Idila Addunyaa Kiristaaliinaa Joorjiyaavaa waliin bilbilaan mari’ataniiru.

Dooktar Abiy haala garaagarummaa dureessaa fi hiyyeessa gidduu jiru dhiphisuun danda’amu,gama sochii ashaaraa magariisaan jijjiirrama qabeenya qilleensaa irratti waliin hojjechuu fi dhiibbaa diinagdee weerara Covid- 19 dandamachuuf tumsa idila addunyaa taasiifamuu qabu ilaalchisee bilbilaan marii bu’aa qabeessa ta’e taasiisu Fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.