Fana: At a Speed of Life!

Faawudeeshinichi paarkoota filatamanirratti hojiiwwan eegumsa naannoo raawwachuuf waliigaltee mallateesse

Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) – Faawudeeshinichi paarkoota filatamanirratti hojiiwwan eegumsa naannoo raawwachuuf waliigaltee mallateesse.
Faawundeeshiniin Haylamaariyaamii fi Roomaan , Abbaa Taayitaa Misoomaa fi Eegumsa Bineensota Bosonaa Ityoophiyaa waliin paarkoota filatamanirratti hojiiwwan eegumsa naannoo raawwachuuf waliigaltee mallateesseera.
Waliigalticha Hojii Raawwachiiftuu Olaanaa Faawundeeshinichaa aadde Roomaan tasfaayee fi Daayreektara Olaana Abbaa Taayitaa Misoomaa fi Eegumsa Bineensota Bosonaa Ityoophiyaa obbo Kumaa Waaqjiraa mallatteessaniiru.
Waliigaltichi biyyattiitti kan argaman paarkoota filataman 6 irratti kan xiyyeeffate ta’u ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.