Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Mallas Alam Gamtaa Awurooppaatti Ergamaa Addaa Gaanfa Afriikaa waliin marii’atan

Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) – Ambaasaaddar Mallas Alam Gamtaa Awurooppaatti Ergamaa Addaa Gaanfa Afriikaa waliin marii’atan.
Keeniyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Mallas Alam Gamtaa Awurooppaatti Ergamaa Addaa Gaanfa Afriikaa Ambaasaaddar Aleksaandaar Joorj Roodaansi waliin marii’ataniiru.
Marichi hariiroo fi dhimmoota naannoo irratti kan xiyyeeffate ta’u ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.