Fana: At a Speed of Life!

Bakkeewwan barnoonni eegaletti maatiin daa’imman gara mana barumsaatti akka ergu Ministeerri Barnootaa waamicha dhiyeesse

Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) – Bakkeewwan barnoonni eegaletti maatiin daa’imman gara mana barumsaatti akka ergu Ministeerri Barnootaa waamicha dhiyeesse.
Weerara covid 19 ittisuun hojiin baruu fi barsiisuu eegalamuus barattoonni hedduun barnootarratti argamuu hin dandeenye.
Kanumaan walqabate ministeerri barnootaa hoggantoota biiroo barnootaa naannoolee waliin mari’ataniiru.
Ministirri Barnootaa Dooktar Geetaahuun Makuriyaa maatiin daa’imman gara mana barumsaatti akka ergan waamicha dhiyeessaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.