Fana: At a Speed of Life!

Gareen Diijitaal Tiranisformeeshinii Ministeera Saayinsii fi Teeknoolojii projaktii baaburaa Awaash-Waldiyaa-Haragabayaa daawwate

Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) – Gareen Diijitaal Tiranisformeeshinii Ministeera Saayinsii fi Teeknoolojii projaktii baaburaa Awaash-Waldiyaa-Haragabayaa daawwateera.
Gareen Diijitaal Tiranisformeeshinii Ministeera Saayinsii fi Teeknoolojii projaktii baaburaa Awaash-Waldiyaa-Haragabayaa wayita diriiru cehumsa teeknoolojii taasifame dawwaateera.
Gareen kun hojiin teeknoolojii projaktii baaburaa hojiiwwan siivilii ilaalchisee cehumsa teeknoolojii lammiilee Ityoophiyaaf taasifame kan daawwate.
Hojiin projaktii baaburaa cehumsa teeknoolojii bira darbee gaheen hojiileee misooma teeknoolojii biroo keessatti qabu guddaa ta’uu jilli kun ilaalee jira.
Projaktiin kun dhaabbilee barnootaa olaanoo, paarkiwwan indaastirii fi dameelee omishaa waliin walitti dhufeenyaan hojjechuun carraa gaarii uumee jiras jedhame.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.