Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 14ffaa galgala kana gaggeeffameen Maanchiisteer Yuunaayitiid garaagarummaa goolii hedduun Liidis Yuunaayitid injifate

Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 14ffaa galgala kana gaggeeffameen Maanchiisteer Yuunaayitiid Liidis Yuunaayitiid yoo injifatu, Tootanahaam dirree isaarratti Leesister siitiin injifatameera.

Maanchiisteer Yuunaayiiid 6 – 2 Liidis

Tootanahaam 0 – 2 Leesisteer Siitii

Biraayitan 1 -1 Sheefiild

Maanchiisteer Yuunaayitiid sadarkaa isaa gara 3ffatti ol fooyyeffateera.

Liivar Pool qabxii 31 liigicha dursaa jira

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.