Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti Wiixataa eegalee barattoonni qophii duraa fi kutaa 1ffaa hanga 4ffaa jiran barnoota fuulaa fuullatti ni eegalu

Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Wiixataa dhufurraa eegalee barattoonni qophii duraa fi kutaa 1ffaa hanga 4ffaa jiran barnoota fuulaa fuullatti ni eegalu.
Hoggaanaan Biiroo Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee obbo Zalaalam Mulaatuu Wiixataa dhufurraa eegalee barattoonni qophii duraa fi kutaa 1ffaa hanga 4ffaa jiran barnoota fuulaa fuullatti ni eegalu jedhaniiru.
Daa’imman wayita gara manneen barnootaa dhufaa protokoolii covid-19 hojiirra oolchuu akka danda’an qaamooleen dhimmi ilaalatu ga’ee isaanii akka ba’atan waamicha dhiyeessaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.