Fana: At a Speed of Life!

Af-Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faraah Ityoophiyaatti ambaasaaddara Kuwaatar Abdulaaziiz Sulxaan waliin mari’atan

Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Af-Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faraah Ityoophiyaatti ambaasaaddara Kuwaatar Abdulaaziiz Sulxaan waliin mari’atan.
Marichaan Ityoophiyaa fi Kuwaatar hariiroo diingadee, hawaasumaa fi siyaasaa baroota dheeraa waliin qabaachuu obbo Adam ibsaniiru.
Af-Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam haala waqtaawaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Abdulaaziiz Sulxaaniif ibsaniiru.
Kanaanis, olaantummaa seeraan mootummaan kaaba Ityoophiyaatti garee Juuntaa irratti gaggeessee ibsaniiru.
Wayita amma duulichi xumuramuun yakkamtoota adamsuu fi bu’uuraalee misoomaa barbadaa’an deebisanii dhaabuu irratti akka argamu himaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.