Fana: At a Speed of Life!

Ga’ee waldaaleen Siiviikii ijaarsa nageenyaa keessaatti qaban ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC) – Qindeessummaa Ministeera Nageenyaan ga’ee waldaaleen Siiviikii ijaarsa nageenyaa keessaatti qaban ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jira.
Gorsaa olaanaa Ministeera Nageenyaa Dooktar Abdii Zannabaa, waldaaleen Siiviikii biyyattitti nageenyaa waaraa fiduu fi demookiraasii dagaagsuuf shooraa olaanaa qabu jedhan.
Ministeerichatti daayreektarri jeneralaa qindeessaa dhaabbilee waamamoo fi deeggartoota tarsiimoo obbo Shaanqoo Delalany gama isaaniitin, Ministeerri Nageenyaa waldaaleen Siiviikii hojmaata isaanii akka ammayeessanii fi ijaarsaa nageenyaa keesaatti shooraa isaanii akka ba’atan deeggarsa taasisaa jiraachuu ibsaniiru.
Maricharratti barreeffamni qorannoo Waldaalee Siiviikii dhiyaateera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.