Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Tigraayitti daandiin qilleensaa tajaajilaaf banaa ta’uu ibsame

Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti daandiin qilleensaa tajaajilaaf banaa ta’uu Abbaan Taayitaa Siiviil Ayiveeshinii Ityoophiyaa Beeksise.

Sababa duula olaantummaa seeraa kabachiisuun adda cite kan ture naannoon Qilleensaa naannoo Tigraay har’a sa’aatii 8:00 irraa eegalee tajaajilaaf banaa ta’uu ibsameera.

Tajaajilli balallii biyya keessaa fi idil addunyaa naannoo qilleensaa Tigraay keessa qaxxamuru tajaajilaaf banaa ta’uu Abbaan taayitichaa beeksiseera.

Buufataaleen xiyyaaraa tajaajila balallii laachuu kan danda’a ta’uu Abbaan Taayitaa Siiviil Ayiveeshinii Ityoophiyaa ibseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.