Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy gita isaanii Sudaan waliin mari’atan

Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad gita isaanii Sudaan Abdallaa Haamdook waliin mari’atan.
Hoggantoonni lamaan dhimmoota hariiroo biyyoota lamanii caalmaatti cimsuu danda’urratti mari’ataniiru.
Muummeen Ministiraa Sudaan Abdallaa Haamdook daawwaannaa hojiif har’a magaalaa Finfinnee galuun isaanii kan yaadatamuudha.
Alaazaar Taaddaleetu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.