Fana: At a Speed of Life!

Itti Aantuu Kantiibaa aadde Adaanach Paarkoota Indaastirii magaalichaatti argaman daawwatan

Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee Paarkoota Indaastirii magaalaa Finfinneetti argaman daawwataniiru.
Jilli hooggansa magaalichaa Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanachin durfamu magaalaa Finfinneetti kan argamu Paarkoota Indaastirii Farmaasiiyuutiikaa Qiliimxoo, ICT akkasumaas Boolee Lammii daawwataniiru.
Daawwanicharratti Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Korporeeshinii Misoomaa Paarkoota Indaastirii obbo Saandookaan Dababee dabalatee hooggantoonni hojii biroo argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.