Fana: At a Speed of Life!

Sochiin baqattoota Eertiraa idilee hin taane nageenya isaanirratti rakkina uumuu waan danda’uuf ofeeggannoo taasisuu qabu jedhame

Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC) –Sochiin baqattoota Eertiraa idilee hin taane nageenya isaanirratti rakkina uumuu waan danda’uuf ofeeggannoo taasisuu qabu jedhame.
Sochiin baqattoota Eertiraa idilee hin taane, buufata baqattootaarra ka’uun taasifamu nageenyaa fi kunuunsa taasifamurratti rakkina uumuu wan danda’uuf ofeeggannoo taasisuu akka qaban Qulqulleessaan Odeeffannoo Labsii yeroo Ariifachiisaa hubachiiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.