Fana: At a Speed of Life!

Leetanaal Jeneraal Abaabaw Taaddasaa haala yakkamtoota too’achuun danda’amurratti ajajoota waraanaa waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Leetanal Jeneraal Abaabaw Taaddasaa haala yakkamtoota adamsuun too’achuun danda’amurratti ajajoota waraanaa waliin mari’ataniiru.

Yakkamtoota naannoo Tigraay iddoo tokko tokko dhokatanii jiran adamsuun haala too’achuun danda’amu ilaalchisee mari’achuu isaanii ragaan Raayyaa Ittisaa Biyyaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

 

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.