Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Keeniyaa Marsaabiit galan

Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Keeniyaa Marsaabiit galan.
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojii guyyaa lamaaf Keeniyaa galaniiru.
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy buufata sakkatoo waliinii Mooyaalee wayita ga’an Preezdaanti uhuuruu Keeniyaata simannaa taasisaniifiruu.
Aanga’oonni lameen Ityoophiyaa keeniyaa waliin kan wal walqunnamsisuu qaama ijaarsa Kooriidarii Moombaasaa – Naayiroobii- Finfinnee kan ta’e daandiin Hawaasaa Mooyaalee fi proojektiin buufata too’annoo Gumrukaa waloo har’a ni eebbisiisu.
Daandiin Hawaasaa Mooyaalee kun Kiiloo Meetira 500 kan dheeratu ta’uu fi ijaarsa isaaf Birriin biiliyoonni 6.3 baasii ta’eera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.