Fana: At a Speed of Life!

Ministeerri Barnootaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasise

Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)- Ministeerri Barnootaa raayyaa ittisa biyyaa duula olaantummaa seeraa kabachiisuuf bobba’aaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasisu beeksise.

Saganta barnoota itti fufsiisuuf nageenyi biyyaa murteessaa ta’uu Ministir deetaan Ministeera Barnoota obbo Miiliyoon Maatiyoos ibsaniiru.

Ministeriichi itti fufiinsaan raayyaa ittisa cinaa akka dhaabbatu kaasaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffan
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.