Fana: At a Speed of Life!

Ispoortiin tokkummaa fi nageenyaaf furmaata – Preezdaanti Saahilawarqi

Finfinnee, Sadaasa 27, 2013 (FBC) – Ispoortiin tokkummaa fi nageenyaaf furmaata ta’uu Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee himaniiru.
Waldaaleen Koreewwaan Olompikii Afrikaa yaa’ii waligalaa magaalaa Finfinnee galma Komishinii Diinagdee Afrikaatti gaggeessa jira.
Yaa’iichaarratti Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee, preezdaantii Waldaaleen Koreewwaan Olompikii Afrikaa Musxafaa Bariifaan fi Preezdaantiin Koree Olompikii Ityoophiyaa Dooktar Ashabbir Waldagiyoorgiis argamaniiru.
Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee yaa’icharratti haasaa taasisaniin Ispoortiin tokkummaa fi nageenyaaf furmaata ta’uu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.