Fana: At a Speed of Life!

Mootummoonni tajaajila tola ooltootaa jajjabeessuu, deeggaruu fi beekkamtii laachuu qabu- Antooniyoo Guutareez

Finfinnee, Sadaasa 26, 2013 (FBC)- Guyyaan tola ooltootaa sadarkaa idil addunyaatti har’a kabajamee ooleera.
Guyyicha ilaalchisuun barreessaan dhaabbata biyyoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez ergaa dabarsaniin mootummoonni hundi hojii tola ooltummaa akka beeksisan dhaamaniiru.
Hojii tola ooltonni hojjetan akka deeggaran, galma misooma milkeessuuf tola ooltota akka deeggaran waamicha dhiyeessaniiru.
Antooniyoo Guutareez tola ooltootaan galanni onnee irraa maddee isaaniif mala jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.