Fana: At a Speed of Life!

Ministeerri Geejibaa FDRI raawwii fooyyee agarsiisef beekamtii argate

Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Ministeerri Geejibaa FDRI raawwii fooyyee agarsiisef beekamtii argate.

Ministeerichi raawwii fooyya’aa agarsiiaa jiruu fi tumsa taasiseef dhaabbata “Treed Maark Iist Afriikaa” jedhamurraa beekamtii argateera.

Dhaabbatichi teessoosaa Keeniyaa godhateet hojjechaa jira.

Kaayyon isaa biyyoota Afrikaa Bahaa damee daldalaa fi geejibaatin walitti hidhuudha.

Dhaabbatichi yaa’ii waggaa gaggeessen ministeerichaaf beekamtii laatera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.