Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Yuunvarsiitii Samaraa fi Hoospitaala Duubtii daawwatan

Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Yuunvarsiitii Samaraa fi Hoospitaala Duubtii daawwatan.

Barattoota dubartoota yuunvarsiitichaa waliin dhimmoota addaddaarratti mari’ataniiru.

Mana Barnoota Bultii Addaa Dubartootaa Samaraa daawwachuunis dhagaa bu’uuraa proojaktii babal’isuu kaa’aniiru.

Hoospitaala Duubtiittis argamanii daawwii hojii taasisaniiru.

Sochii hawaasummaa namoota HIV/AIDS dhiiga isaanii keessa jirus laalaniiru.

Preezdaant Saahilawarq guyyaa HIV/AIDS sadarkaa biyyaatti magaalaa Samaraatti kabajamerratti hirmaachuuf kaleessa ture magaalicha kan galan.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.