Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad duula qulqullinaa raawwatan

Finfinnee, Muddee 12, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Finfinnee Kaazanchisitti duula qulqullinaa raawwatan.

Dooktar Abiy Ahimad abbootii qabeenyaa taaksii magaalaa Finfinnee waliin ta’uun duula qulqullinaa raawwataniiru.

Duullicha waldaalee taaksii minibaasii 13 fi Haayger Miidibaasii 3 hirmaataniiru.

Waldaaleen taaksi torbaan darbe walga’ii gaggeesseen bulchiinsa magaalichaatti sagantaan tajaajila fooyya’aa manguddootaaf, namoota humna hin qabnee fi dhukkubsattootaaf kennuu kan dandeessisu ifoomuun isaa ni yaadatama jechuun Alaazar Taaddaleetu gabaase.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.