Fana: At a Speed of Life!

Tiraamp injifatamusaanii amanuun fudhatan

Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)-Doonaald Tiraamp filannoo preezdaantummaa injifatamuusaanii amanuun fudhataniiru jedhame.

Tiraamp filannicha ani hin injifatamnee jechaa turanis dhumarratti injifachuu Joo Baayidaan  fudhataniiru jedhame.

Bulchiinsi tajaajila waliigala biyyatti  Joo Baayidaan injifataniiru jechuun beekamtii laachuu hiamameera.

Bulchiinsa Miichiigaanitti injifachuun Baayidaan ifoomuu ilaalchisee preezdaantii haara Ameerikaa ta’uun isaanii mirkaana’eera jedhame.

Maddi:-BBC

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.