Fana: At a Speed of Life!

Miseensoonni dayaaspooraa Oromoo duula olaantummaa seeraa mootummaan fudhachaa jiruu fi dhimmoota waqtaawaa irratti mari’achaa jiru

Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) –Miseensoonni dayaaspooraa Oromoo duula olaantummaa seeraa mootummaan fudhachaa jiruu fi dhimmoota waqtaawaa irratti mari’achaa jiru.

Miseensoonni hawaasa dayaaspooraa Oromoo duula olaantummaa seeraa mootummaan fudhachaa jiruu fi dhimmoota waqtaawaa irratti mari’achaa jiru.

Marichi Paartii Badhaadhinaa Oromiyaatti hogganaan qunnamtii hawaasaa obbo Taayyee Danda’aa fi Gorsaa olaanaa Muummee Ministiraa obbo Leencoo Baatii bakka arganitti gaggeeffama jira.

Maricharratti atileetootaa fiartiistoota dabalatee miseensoonni hawaasa dayaaspooraa Oromoo argamaniiru.

Waltajjichaan dhimmoota gara garaarratti waraqaan qorannoo dhiyaachuun irratti mari’atamaa jira.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.