Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Taayyee Atsiqsillaasee Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaanitti qindeessaa dhimmoota mirga namoomaa fi deeggarsa yeroo ariifaachiisaaf haala waqtaawaa Ityoophiyaa ilaalchisuun ibsa godhan

Finfinnee, Sadaasa 12, 2013 (FBC) – Ambaasaaddar Taayyee Atsiqsillaasee Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaanitti qindeessaa dhimmoota mirga namoomaa fi deeggarsa yeroo ariifaachiisaaf haala waqtaawaa Ityoophiyaa ilaalchisuun ibsa godhaniiru.

Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaanitti ergaman dhaabbii Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqsillaasee Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaanitti qindeessaa dhimmoota mirga namoomaa fi deeggarsa yeroo ariifaachiisaa Maark Lowuukuukiif duula olantummaa seeraa kabachiisuu mootummaan garee ABUT irratti rawwatamaa jiru ilaalchisuun ibsa laataniiru.

Marichaan Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomaanii fi Ityoophiyaan walitti dhiyaatanii waliin hojjechuuf walii galuu ragaan Ministeera Dhimma Alaa irraa arganne ni mul’isa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.