Fana: At a Speed of Life!

Walqixummaa fi tokkummaan ummataa akka mirkanaa’u ummanni Tigraay fedhii guutuu qaba – Dr Abrahaam

Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Walqixummaa fi tokkummaan ummataa akka mirkanaa’u ummanni Tigraay fedhii olaanaa qabaachuu Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Abrahaam Balaay ibsan.

 

Dooktar Abrahaam ummanni Tigraay marti ilaalchii fi aadaan siyaasaa haaraan akka dagaagu ga’ee isaanii ba’uun dirqama ta’uu qaba jedhaan Fuula Feesbuukii isaaniin.

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.