Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Burraayyuutti kaffaltoota gibiraaf beekkamtiin marsaa 2ffaa laatame

Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) –Abbaan Taayitaa bulchiinsa magaalaa Burraayyuu kaffaltoota gibiraaf sirna beekamtii kennuu fi badhaasa marsaa 2ffaaf gaggeesseera.

 

Kaayyoon sagantichaa kaffaltoota gibiraa raawwii olaanaaf kakaasuu ta’uu ibsameera.

 

Kaffaltoonni gibiraa biroo fakkeenyummaa kana fudhachuun gibira yeroo isaa eeguun amanamuummaa guutuun akka kaffalan taasisuudha jedhame.
Dajanuu Gonfaatu gabaase
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.