Fana: At a Speed of Life!

Lammiilee buqqa’aan garaa qe’ee isaaniitti deebisuu fi hojiin deebisanii dhaabuu cimeetti fufuu qaba jedhame

Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Gareen mirgaa namoomaa Ministira Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil  durfamuu tarkaanfii olantummaa seeeraa kabachisuuf fudhatama jiru cinatti lammiilee buqqa’aanii fi gara biyyaa alattii baqataan gara qe’ee isaaniitti deebisuu fi hojiin deebisaanii dhaabuu bifaa qiibdoomeen cimee itti fufuu qaba jechuun ibsaniiru.

Aadde Mufariyaat Kaamiil, raayyaa ittisa biyyaa fi qaamolee dhimmi ilaallatuu biroo waliin wal tumsaan ariitiin hojirra akka oolu ibsaniiru.

Ministirittiin dhimmichi boqonnaa kan hin qabnee waan ta’eef hirmaanna akka barbaaduu ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.