Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan ‘Kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ magaalaa Naqamteetti gaggeeffameera

Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Sagantaan ‘Kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa’ magaalaa Naqamteetti gaggeeffameera.
Saganticharratti jiraattoonni magaalichaa, hojjattoonni mootummaa fi qaamolee naageenyaa hirmaataniiru.
Saganicharratti diqiiqa tokko harka isaanii mirgaa lapheesaanii bitaarra ka’uun kabaja raayyaa ittisaa biyaaf qaban ibsaniiru.
Daqiiqaa tokkoof ammoo harka isaanii osoo wal irraa hin kutiin waliitti rukutaniiru.
Saganticharratti Waajjira olaanaa Paartii Badhaadhinaatti hoogganaan Damee Dhimmoota Paartilee Siyaasaa fi waldaalee Siiviikii Dooktar Alamuu Simee argamuusaani ragaan waajjira Kominikeeshinii Mootummaa magaalaa Naqamteerra arganni ni muul’dhisa.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.