Fana: At a Speed of Life!

obbo Damaqaa Makoonnan preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaa waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC) Itti aanaan muummee ministiraa fi ministirri dhimma alaa obbo Damaqaa Makoonnan preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaa waliin mari’atan.

Jilli Ityoophiyaa obbo Dammmaqaatin duurfamu biyyoonni naannichaa mootummaan seera kabachiisuurratti hojii hojjetu cimsuurratti akka deeggaaran ergaa muummee miistiraa irraa ergame preezdaanticha harkaan ga’aniiru.

Mootummaan waggoottan lamaa fi walaakkaaf jijjiirrama siyaasa, diingdee fi hawaasummaa biyyaa cimsuuf garaa bal’achun obsaan hojjechaa turuu ibsan.

Yaata’uutiii humnootiin badii jijjiirramaa gaalmaa’e gufachiisuuf socho’aa turaniiru jedhan.

Gareen badii ABUT nagaa fi tasgabbii biyya dhoorkaa turuun cinaatti, dhiyeenyammoo ajaja raayyaa ittisa biyyaa Kaabaarratti tarkaanfii gara jabinaa fi diinummaa fudhateeran ibsan.

Ummata biyyattii garee kaanaarraa baraaruun dhimma keessoo ta’uus kaasaniiru.

Preezdaant Uhuuruu keeniyaattaan gama isaanitiin dhimmichaan gadduu eeranii, hojiin seera kabachiisuu fi biyya baraaruu yeroo gabaabaatti akka xumuramu ibsan.

Obbo Dammaqaan Uhuuruu keeniyaattaan ala, preezdaantii Yugaandaa Yuweerii Muuseveenii waliiin dhimma walfakkaataarratti mari’atanii, hojiin seera kaabachiisuu biyya baraaruu akka ta’e ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo

https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaaOdeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo

https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.