Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni godina Arsii fi magaalaa Assallaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa sangoota 550 ol taasisan

Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Jiraattoonni godina Arsii fi magaalaa Assallaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa sangoota 550 ol taasisaniiru.
Gareen juntaa ABUT gochaa inni raayyaa ittisa biyyaa irratti raawwate balaaleffataniiru.
kana boodaas gama hundaan deeggarsi raayyaa ittisa biyyaaf taasifnu itti fufa jedhaniiru.
Godinichattis har’a hiriirri deggarsa ni taasifama jedhameera.
Awaarq Iyyaayuutu gabaase
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.