Fana: At a Speed of Life!

Kaleessa galgala rookkeettiin gara Baahir Daarii fi Goondaritti dhukaafamuu qulqulleessi ragaa labsii yeroo ariifchiisaa beeksise

Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Kaleessa galgala rokkeettiin gara Baahir Daarii fi Goondaritti dhikaafamuu koreen qulqulleessa ragaa labsii yeroo ariifchiisaa beeksiseera.
Kanaafis naannoo buufata xiyyaaraatti miidhaa xiqqaan qaqqabeera.
Gareen Juuntaa ABUT meeshaalee waraanaa harkasaa jiru ergama badiif oolchuuf yaali taasisuu ibsameera.
Kunis du’a isaan dura dandeettisaa dhumaan yaalii taasisaa jiraachuu ibsameera.
Baldhinasaa gareen qorattootaa ramadamuun qulqulleesaa jiraachuu koreen qulqulleessa ragaa labsii yeroo ariifchiisaa ibseera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.