Fana: At a Speed of Life!

Hiriira akka Oromiyaatti har’a gaggeeffameen raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoona 18 olii taasifame

Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC)- Hiriira akka Oromiyaatti guyyaa har’a gaggeeffameen raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoona 18 fi kuma dhibba 6 fi kuma 85 ol taasifamuu sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti Qindeessaan Kilaastara hawaasummaa obbo Addisuu Araggaa ibsaniiru.

Dabalataniis deeggarsi sangoonni kuma 1 fi 330, hoolaa fi re’een 401 raayyaa ittisa biyyaaf taasifamuu obbo Addisuun fuula Feesbuukii isaanitin ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
 
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.