Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin marii hayyootaa dhimmoota waktawaa irratti kan xiyyeeffate gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC) –Waltajjiin marii hayyootaa dhimmoota waktawaa irratti kan xiyyeeffate gaggeeffamaa jira.

Hayyoonni 300 ol dhimmoota waktawaa irratti ibsi laatamaafi jira.

Ibsichi waajjira muummee ministiraatti taasifamaa jira.

Hayyoonni dhaabbilee barnootaa fi dhaabbilee gara garaa irraa walitti kan baba’anidha.

Waajjira muummee ministiraatti Ministirri Ijaarsa Giddugalaa Demokiraasii obbo Zaagiid Abrahaa ABUT jijjiiramaa eegalee daandii adeemee fi yakkoota isaan raawwatan ilaalchisuun ibsa laataniiru.

Waltajjicharratti miidhaa ajaja Kaabaa irratti raawwatame ilaalchisuun ibsi ta’eera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.