Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Jimmaatti hiriirri gochaa Shane fi Juuntaa biyya diiguu ABUT raawwatan balaaleffattu gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 3, 2013 (FBC)- Magaalaa Jimmaatti hiriirri gochaa Shane fi Juuntaa biyya diiguu ABUT raawwatan balaaleffattu gaggeeffamaa jira.

Jiraattoonni magaalaa Jimmaa fi naannoo isheerra walitti babba’an dhaadannoo Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaruu fi gocha gantummaa biyyaa juuntaa ABUT balaaleffatu qabatanii bahaniiru.

Tarkaanfiin Raayyaan Ittisa Biyyaa garee kana irratti fudhachaa jiru akka deeggaran hirmaattooni hiriirichaa ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.