Fana: At a Speed of Life!

Manni maricha boruu walga’ii idileesa ni gaggeessa

Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idileesa 4ffaa bara hojii 6ffaa boruu ni gaggeessa.
Waltajjichi galma walga’ii waajjira Muummee Ministiraatti akka gaggeeffamu manni marichaa ibsa Faanaa Broodkaasiting Koorporeetif ergeen eereera.
Kanaafis Boordiin Filannoo Biyyooleessaa Ityoophiyaa muudama miseensa tokko qoratee ni raggasisaan eegama.
Dhimmoota galii, baajataa fi faayinaansirrati koreen dhaabbii eksaayz taaksii fooyyeessuf wixinee labsii dhiyeeteerratti gabaasa dhiyaatee fi yaada murtoo qoratee labsichaa akka raggasisuu ni eegama.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.